Dhimma ijoo ta'etti seeni

Meeshaalee Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuuf Gargaaran

Meeshaaleen Kitaaba Qulqulluu qoʼachuuf gargaaran kun gadi fageenyaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu akka gootuu fi dubbii Waaqayyoo caalaatti hubachuuf si gargaara. Kaffaltii malee Kitaaba Qulqulluu keenya intarneetii irratti argamuu fi wantoota gadi fageenyaan qoʼannaa gochuuf si gargaaran qabate fayyadami. Viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluu, insaayikilooppiidiyaa Kitaaba Qulqulluu, Kaartaa Kitaaba Qulqulluu, ibsa jechoota Kitaaba Qulqulluu fi meeshaawwan Kitaaba Qulqulluu hubachuuf gargaaran kan biroo fayyadamuudhaan gadi fageenyaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu godhi.

Kitaaba Qulqulluu intarneetii irraa dubbisi

Kitaabni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa sirrii fi dubbisuuf salphaa kan taʼe dha; qabiyyee isaa qori.

Viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuuf Gargaaran

Beeksisa Kitaabota Kitaaba Qulqulluu

Odeeffannoo buʼuuraa fi seenaa tokkoon tokkoon kitaabota Kitaaba Qulqulluu.

Barumsawwan Kitaaba Qulqulluu Barbaachisoo Taʼan

Barumsawwan viidiyoo gaggabaaboodhaan dhihaatan kun gaaffiiwwan barbaachisoo Kitaaba Qulqulluutiif deebii kennu. Fkn, Waaqayyo lafa kan uume maaliifi? Namoonni duʼan haala akkamii keessatti argamu? Waaqayyo rakkinni akka jiraatu kan heyyame maaliifi?

Meeshaalee fi Barreeffamoota Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuuf Gargaaran

Sagantaa Kitaaba Qulqulluu Dubbisuuf Gargaaru

Sagantaa dubbisa Kitaaba Qulqulluu guyyaa guyyaadhaaf taʼu, waggaa tokkoof taʼu, seenaawwan isaa beekuuf taʼu ykn namoota haaraa jalqabaniif taʼu yoo barbaadde sagantaan kun si gargaaruu dandaʼa.

Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu

Deebii Kitaabni Qulqulluun waaʼee Waaqaa, Yesuus, maatii, rakkinaa fi kkf ilaalchisee kennu baradhu.

Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname

Hiikkaa caqasoota ykn gaaleewwan Kitaaba Qulqulluu beekamoo taʼanii hubadhu.

Laaybirarii Intarneetiirraa (opens new window)

Barreeffamoota Dhugaa Baatota Yihowaatti fayyadamuudhaan barumsa Macaafa Qulqulluu intarneetiirratti argamu qoradhu.

Barsiisaa Tokko Wajjin Kitaaba Qulqulluu Qoʼadhu

Qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu Dhugaa Baatonni Yihowaa Geggeessan Maali Dha?

Qoʼannaa tolaan Dhugaa Baatonni Yihowaa geggeessan irratti, hiikkaa Kitaaba Qulqulluu kam iyyuu fayyadamuu dandeessa. Maatii ykn michoota kee affeeruu dandeessa.

Dhufnee Si Haasofsiisnuu?

Gaaffii Kitaaba Qulqulluu tokkorratti nu wajjin mari‵adhu ykn waa‵ee Dhugaa Baatota Yihowaa caalaatti baradhu.