Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maratti Argaman

Kirgistaan

  • Bishkeek, Kirgistaan—Viidiyoo Macaafa Qulqulluu Qayyabachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhu Afaan Kiirgiziin yommuu argisiisan.

Odeeffannoo Gabaabaa—Kirgistaan

  • 7,038,000—Baayʼina uummataa
  • 5,167—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
  • 86—Gumiiwwan
  • 1 nama 1,387f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu

MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA

Yihowaadhaaf Wanti Hundi ni Dandaʼama

Jechoonni nama gammachiisan biyya Kirgistaanitti atoobisii keessatti dhagaʼaman muraasni jireenya hiriyoota gaaʼelaa tokkoo jijjiiraniiru.