Odeeffannoo Gabaabaa—Paanaamaa
- 4,511,000—Baayʼina uummataa
- 18,525—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 310—Gumiiwwan
- 1 nama 247f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
Guunaa Yaalaa, Paanaamaa—Odoola Nuurduup keessa nama Guunaa (duraan Kuunaa jedhama ture) qurxummii qabuudhaan bulu tokkoof afaan isaatiin yommuu lallaban