Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

DAMMAQAA! Lakk. 3 2018 | Gargaarsa Namoota Gaddi Irra Gaʼeef Taʼu

Gadda keenya irraa jajjabaachuuf gargaarsa eessaa argachuu dandeenya?

Mata dureewwan kun nama jaallatan duʼaan dhabuun maal geessisuu akka dandaʼuu fi gadda si irra gaʼe dandamachuuf tarkaanfiiwwan kamfaa fudhachuu akka dandeessu ibsu.

 

Gaddi Maal Geessisuu Dandaʼa?

Namni nama jaallatu duʼaan dhabe miira akkamiitu isatti dhagaʼama? Haalawwan qorumsa isaanitti taʼan tokko tokko hoo maal faʼi?

Gadda Kee Dandamachuuf Tarkaanfiiwwan Amma Fudhachuu Dandeessu

Namoonni hedduun tarkaanfiiwwan tokko tokko fudhachuudhaan gadda isaanii irraa jajjabaataniiru.

Gargaarsa Hunda Irra Caaluu fi Namoota Gaddi Irra Gaʼeef Taʼu

Kitaabni Qulqulluun namoota gadda irra jiraniif gargaarsa hunda irra caalu qabateera.

Maxxansa Kana Keessatti: Gargaarsa Namoota Gaddi Irra Gaʼeef Taʼu

Maxxansi barruu Dammaqaa! kun jajjabinaa fi gorsa namoota gaddi irra gaʼe gargaaru kan qabate dha.