MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Caamsaa 2017
Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Adoolessa 3-30, 2017tti qoʼataman kan qabate dha.
Warri “Galaa Biyya Ormaa” Taʼan ‘Waaqayyoof Gammachuudhaan Akka Hojjetan’ Gargaaraa
Godaantonni hamma yoonaatti Yihowaa kan hin beekne taʼaniis karaa buʼaa qabeessa taʼeen misiraachicha isaaniif lallabuu kan dandeenyu akkamitti?
Ijoollee “Galaa Biyya Ormaa” Taʼan Gargaaruu
Warra godaantota yoo taatan, akka gaariitti waaʼee Yihowaa ijoollee keessan barsiisuu kan dandeessan akkamitti? Obboloonni kaan hoo gargaarsa akkamii gochuu dandaʼu?
SEENAA JIREENYAA
Dhagaʼuu kan hin Dandeenye Taʼuun Koo Barsiisuu Irraa Duubatti Akkan Jedhu Na hin Goone
Wooltar Maarkan kan hin dhageenye taʼus, tajaajila Yihowaa keessatti yeroo gammachiisaa fi nama kiisu dabarsuu dandaʼeera.
Jaalalli Keessan Akka Qabbanaaʼu hin Heyyaminaa
Kiristiyaanonni jaarraa jalqabaa jaalalli isaanii jalqaba irratti qaban akka qabbanaaʼuu heyyamaniiru. Jaalalli Yihowaadhaaf qabnu cimee akka itti fufu gochuu kan dandeenyu akkamitti?
“Isaan Kana Caalaa Na Jaallattaa?”
Yesuus, waaʼee wanta dursi kennamuufii qabuu Siimiʼoon Pheexirosiin barumsa guddaa barsiiseera. Barumsa kana hojii irra oolchuu kan dandeenyu akkamitti?
Gaayos Obboloota Isaa kan Gargaare Akkamitti?
Gaayos eenyu ture? Fakkeenya isaa hordofuu kan qabnu maaliifi?
Gammachuu Jireenya Salphaa Jiraachuun Argamsiisu
Hiriyoonni gaaʼelaa tokko jireenya isaanii salphisuuf maaltu isaan kakaase? Kan kan godhanoo akkamitti? Murtoon isaanii gammachuu kan isaaf argamsiise maaliifi?
KUUSAA KEENYA KEESSAA
“Garaan Keenya Yeroo Kam Iyyuu Caalaa Hinaaffaa fi Jaalalaan Guutamee Ture”
Barattoonni Kitaaba Qulqulluu walgaʼii guddaa bara 1922tti godhan booda, gorsa Mootummichaa fi mootummaa isaa beeksisaa!” jedhu hojii irra kan oolchan akkamitti?