Daawit Yihowaa Obsaan Eeggateera
Daawit jalʼina haqaa isa irra gaʼaa ture akka sirreessuuf Yihowaa obsaan eeggachuu kan barate akkamitti akka taʼe hubadhaa. Saamuʼel Tokkoffaa 24:2-15; 25:1-35; 26:2-12 fi Faarfannaa 37:1-7 irratti kan hundaaʼe.
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu
Daawitii fi Saaʼol
Namoota kana keessaa inni tokko isa kaan kan jibbu maaliifi? Inni jibbame hoo amala akkamii argisiise?
FAKKEENYA AMANTIISAANII HORDOFAA
Abigaayil Hubannaadhaan Tarkaanfii Fudhatteetti
Haala Abigaayil rakkina gaa’elashee keessa jiru itti qabderraa barumsa akkamii arganna?