Obsa
Yihowaan obsa kan argisiise akkamitti?
Dabalataanis Nah 9:30 ilaali
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Er 7:23-25—Yihowaan saba isaa warra mata jabeeyyii taʼanitti akkamitti obsa akka argisiise ibseera
2Ph 3:3-9, 15—Pheexiros ergamaan Yihowaan obsa guddaa kan argisiise maaliif akka taʼe, akkamitti akka taʼee fi bara baraaf akka hin obsine dubbateera
Obsa horachuu kan qabnu maaliifi?
Fak 25:15; Efe 4:1-3; 2Xi 2:24, 25; 4:2
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Uma 39:19-21; 40:14, 15, 23; 41:1, 9-14 —Yoseef garbummaatti kan gurguramee fi waggoota hedduudhaaf jalʼinaan mana hidhaa Gibxiitti kan hidhame taʼus, obsaan dandaʼeera, akkasumas amantii isaa eeggateera
Ibr 6:10-15—Phaawulos ergamaan faayidaa obsaa Kiristiyaanota barsiisuuf fakkeenya Abrahaamitti fayyadameera