Yihowaa Faarfadhaa—Faarfannaawwan Haaraa
Faarfannaaawwan haaraa Yihowaa galateeffachuu fi waaqeffachuuf gargaaran faarfadhaa. Muuziqaa fi walaloo faarfannaawwan kanaa garagalfadhu, akkasumas shaakali.
FAARFANNAA 136
Mootummichi Inni Bulchuu Jalqabe Haa Dhufu!
Faarfannaa Mootummichaa Mootummaa Yesus Kiristosiin geggeeffamu beeksisuu fi Yihowaa jajachuuf gargaaru.
FAARFANNAA 137
Ija Jabina Nuu Kenni
Faarfannaa waaʼee maqaa Waaqayyoo dhugaa baʼuuf ija jabina akka nuuf kennuuf dhihaate kana atis farfadhu.
FAARFANNAA 138
Maqaan Kee Yihowaa Dha
Maqaa Yihwaa isa ulfina qabeessa jajadhaa, namoonni hundi inni hundaa ol taʼuusaa haa beekan.
FAARFANNAA 139
Jabaatanii Akka Dhaabatan Isaan Barsiisaa
Dorgommii jireenyaa irratti jabaatanii akka dhaabatanitti kunuunsaa fi gargaarsa Yihowaa kadhachuu.
FAARFANNAA 140
Jireenya Qajeelchaa
Jaalala Yihowaaf qabdu, akkasumas hojii itti gammaddu hojjechuu kee fi jireenya jaallattu jiraachuu keetti gammachuu sitti dhaga‵amu ibsi.
FAARFANNAA 141
Warra Nagaa Jaallatan Barbaaduu
Faarfannaa waa‵ee jaalala namootaaf qabnuu fi hoolota Yihowaa argachuuf barbaacha goonuu dubbatuu fi miira namaa kakaasu
FAARFANNAA 142
Namoota Hundumaaf Lallabuu
Waaʼee gaarummaa Yihowaa fi gahee namoonni akaakuu hundi michoota Waaqayyoo akka ta‵an gargaaruu irratti qabnuu faarfadhu.
FAARFANNAA 144
Lubbuu Isaanii ni Oolchina
Yeroo jiru kanatti fayyadamnee ergaa Waaqayyoo lallabuu qabna.
FAARFANNAA 145
Lallabuuf Qophaaʼuu
Siree irraa kaʼuu utuu baannee gaarii ture garuu cimina milkaaʼina argachuuf nu barbaachisu ni arganna.
FAARFANNAA 146
Anaaf Gootan
Yesuus Kiristoos, jaalalaa fi amanamummaa obboloota isaa dibamootti argisiifame, akkuma isatti argisiifametti ilaala.
FAARFANNAA 147
Qabeenya Adda Taʼe
Yihowaan ilmaan isaa hafuuraan dibaman ni jaallata; isaanis wanta isa gammachiisu gochuu barbaadu.
FAARFANNAA 148
Ilma Kee Isa Tokkicha Nuuf Laatte
Kennaa isaa isa hunda irra caaluuf Yihowaa galateeffadhaa. Nama hundaaf abdii kenna.
FAARFANNAA 149
Furichaaf Galateeffachuu
Aarsaan Yesus fedhiidhaan dhiheesse jaalala hunda irra caalu waan argisiisuuf, bara baraaf galateeffachuuf sababa nuu taʼa.
FAARFANNAA 150
Of Dhiheessuu
Fedhii karaa Yihowaan si irraa barbaadu kamiin iyyuu gammachuudhaan isa tajaajiluuf qabdu argisiisi.
SONG 151
Mulʼachuu Ilmaan Waaqayyoo
Guyyaa Waaqayyo obboloota Kiristoos duʼaa kaasee gara sAMiitti itti fudhatuu fi nAMoonni kun Kiristoosii wajjin injifannoo fi badhaasa itti argatan hawwiidhaan eegganna.
FAARFANNAA 152
Jabina Keenya, Abdii Keenya, Amanannaa Keenya
Yeroo dhiphinni sodaa nu keessatti uumu, Waaqayyo jabina, abdii fi amanannaa keenya taʼuu dandaʼa
FAARFANNAA 153
Miira Akkamiitu Sitti Dhagaʼama?
Namoota isaaniif malu argachuuf hamma dandeesse yeroo gootu maaltu sitti dhagaʼama?
SONG 154
Jabaannee Dhaabachuu Keenya Itti Fufna
Faarfannaa rakkina dandamachuu fi yeroo hunda amanamummaadhaan Yihowaa tajaajiluuf nu gargaaru